About the Journal

Maqaan,’ Jornaalii kanaa Jornaalii Dilbii Qorannoo’ (Journal of Accumulated Knowledge Resources) jedhama. Bakka bu’een (Brand) jornaalichaa Afaan Oromootiin “JDQ”, kan Afaan Inglizii “JAKR”, jedha. Jornaaliin kun guddina afaan, aadaa, seenaa, saayinsiifi oguma dhugoomsuuf yaadamee sadarkaa idiladdunyaatti hundeeffame. 

Announcements

Current Issue

Vol. 4 No. 1 (2026): Joornaalii Dilbii Qorannoo (JDQ)
Fuula Uwwisaa

A Peer-reviewed Official International Journal of Wallaga University, Ethiopia.
Joornaalii Dilbii Qorannoo

Maxxansa:  Amajji- Waxabajji 2026, 4(1) 

ISSN: 2521- 8336 (Print) and 3005-7647 (Online)

Published: 2026-06-22

Articles

  • Gahee Tiyaatirri Aadaafi Eenyummaa Dhalootaa Eeguu Keessatti Qabu: Tapheen Jennaan xiyyeeffachuun

    Gadaa Wayyeessaa
    1-12
    DOI: https://doi.org/10.20372/jdq.v4i1.2146
  • Xiinxala Ergaa Weedduu Arrabsoo Durbaa Yeroo Fuudhaafi Heerumaa, Guddina Hawaas-Dinagdee Keessatti: G/W/Bahaa, Aanaa Jimmaa Arjoo Xiyyeeffate

    Daawwit Shifarraa, Tamasgeen Fiixee , Taakkalaa Taarikuu
    13-40
    DOI: https://doi.org/10.20372/jdq.v4i1.2125
  • Xiinxala Duudhaa Gugsii Fardaa: Goodina Horroo Guduruu Wallaggaa Xiyyeeffachuun

    Galataa Waaqjira, Daawit Shifarraa , Taakkalaa Taarikuu
    41-61
    DOI: https://doi.org/10.20372/jdq.v4i1.1860
  • Xiinxala Gaaffilee Qorumsa Xumura Sadarkka Giddugaleessaa Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 8 Bara 2015

    Calqabaa Guddataa, Taasisaa Kumsaa
    62-86
    DOI: https://doi.org/10.20372/jdq.v4i1.2137
  • Xiinxala Hariiroo Sirboota Qabsoofi Sabboonummaa Oromoo: Xiyyeeffannoon Sirboota Qabsoo Oromoo Filataman Keessatti

    Amaanaa Abdallaa, Xilahuun Taliilaa, Filee Jaallataa
    87-107
    DOI: https://doi.org/10.20372/jdq.v4i1.2134
View All Issues

Jornaaliin kun guddina afaan, aadaa, seenaa, saayinsiifi oguma dhugoomsuuf yaadamee sadarkaa idiladdunyaatti hundeeffame. Akka addunyaattis Jornaalii Afaan Oromootiin qophaa’e isa jalqabaati.