About the Journal

The name of this journal is Jornaalii Dilbii Qorannoo (Journal of Accumulated Knowledge Resources). Its brand abbreviation is “JDQ.” The journal was established at an international level with the aim of promoting the development of language, culture, literature, folklore, history, education, pedagogy, various other fields of science, and the arts.

      ----------------------------------------------------------------------------------------------

Maqaan Jornaalii kanaa Jornaalii Dilbii Qorannoo’ (Journal of Accumulated Knowledge Resources) jedhama. Bakka bu’een gabaajee jornaalichaas “JDQ” kan  jedhudha. Jornaaliin kun guddina afaan, aadaa, ogabarruu, fokiloorii, seenaa, barnootaa (ogummaa barsiisuu), dameewwan saayinsii garaagaraa biroofi artii guddisuuf yaadamee sadarkaa idiladdunyaatti hundeeffame. 

Announcements

Current Issue

Vol. 1 No. 1 (2023): Joornaalii Dilbii Qorannoo (JDQ), Jildii 1 Maxxansa 1
					View Vol. 1 No. 1 (2023): Joornaalii Dilbii Qorannoo (JDQ), Jildii 1 Maxxansa 1

A Peer-reviewed Official International Journal of Wallaga University, Ethiopia.
Joornaalii Dilbii Qorannoo 
Maxxansa:  Amajjii-Waxabajji 2023, 1(1) 
ISSN: 2521- 8336 (Print) and 3005-7647 (Online)

Published: 2023-06-30

Articles

  • Dhamjechoota Caasaa Gaalee Gochimaa Afaan Oromoo Keessatti Tajaajila Gochimoota Mataa Tahan Horsiisuu

    Daani'eel Lameessaa, Girmaa Mangistuu, Filee Jaallataa
    1-15
    DOI: https://doi.org/10.20372/jdq.v1i1.747
  • Xiinxala Caasaalee Durduriiwwan Oromoo: Oromoo Maccaarratti Xiyyeeffachuun

    Magarsaa Dhinsaa, Tashoomee Egeree, Filee Jaallataa
    16-36
    DOI: https://doi.org/10.20372/jdq.v1i1.748
  • Xiinxala Haala Dhiyaatina Asoosama Dhangala’aa Oromoo: Shaakala Baruu-Barsiisuu Yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa Filataman

    Fiqaaduu Qana'aa, Tashoomee Egeree
    37-56
    DOI: https://doi.org/10.20372/jdq.v1i1.749
  • Xiinxala Woshbaakii Qormaata Xumura Sadarkaa 1 ffaa Afaan Oromoo: Haala Barsiisota Afaan Oromoo Kutaa 8 ffaa

    Abbabaa Baqqalaa, Taammanaa Kitilaa, Alamuu Waggaarii
    57-84
    DOI: https://doi.org/10.20372/jdq.v1i1.750
  • Xiinxala Adeemsa Ibsa Jechootaa Afaan Oromoo: Adeemsa Gareen Qorannoo Moggaasa Jechootaafi Waaltina Afaan Oromoo Jechootasaa Dhaabbilee Barnootaa Olaanoof Ibsurratti Kan Xiyyeeffate

    Damee Abarraa, Wandimmuu Taganyi, Guddataa Abdiisaa
    85-106
    DOI: https://doi.org/10.20372/jdq.v1i1.751
View All Issues

Jornaaliin kun guddina afaan, aadaa, seenaa, saayinsiifi oguma dhugoomsuuf yaadamee sadarkaa idiladdunyaatti hundeeffame. Akka addunyaattis Jornaalii Afaan Oromootiin qophaa’e isa jalqabaati.